AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN icon

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN

★★★★★
★★★★★
(0.00/5)

5.0Free3 years ago

Download AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN APK latest version Free for Android

Version 5.0
Update
Size 4.07 MB (4,263,035 bytes)
Developer Ethiomapps
Category Apps, Books & Reference
Package Name com.ethiomapps.salaatanabiyyichaa
OS 4.0.3 and up

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW) WUDUU WALIIN APPLICATION description

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa(saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
↓ Read more
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN screen 1 AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN screen 2 AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (SAW)  WUDUU WALIIN screen 3

Old versions

Version Size Update
⇢ 5.0 (1 variants) ↓ 4.07 MB ◴ 3 years ago
⇢ 4.0 (1 variants) ↓ 3.75 MB ◴ 3 years ago
⇢ 3.0 (1 variants) ↓ 3.41 MB ◴ 4 years ago