Itiyootelekoom icon

Itiyootelekoom

★★★★★
★★★★★
(4.18/5)

1.0Free7 years ago

Download Itiyootelekoom APK latest version Free for Android

Version 1.0
Update
Size 2.09 MB (2,195,990 bytes)
Developer Abdisa Jara
Category Apps, Tools
Package Name itiyootelecom.afaanoromoo.com
OS 2.2 and up

Itiyootelekoom APPLICATION description

Fayyadamaan[App] kun Tajaajila Itiyootelecoom Afaan Oromootiin Fayyadamuuf akka tajaajilu, Hawaasa Afaan Oromoo fayyadamuuf yaadamee kan qophaayeedha. Tajaajiloota Dhaabbanni Itiyootelekoom kennu kanneen akka kaardii guuttachuu, kaardii waliif guutuu, kaardii waliif dabarsuu, Maallaqa qaban ilaallachuu, Tajaajila Galaa[Packages] bitachuufi Bilbiloota barbaachisoo tokko tokko kanneen yeroo rakkinaa nama ummata biyya keessa jiru tajaajilu jedhamn of keessaa qaba.
↓ Read more
Itiyootelekoom screen 1 Itiyootelekoom screen 2 Itiyootelekoom screen 3 Itiyootelekoom screen 4 Itiyootelekoom screen 5 Itiyootelekoom screen 6 Itiyootelekoom screen 7