Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa icon

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

★★★★★
★★★★★
(4.57/5)

4.0Free3 years ago

Download Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa APK latest version Free for Android

Version 4.0
Update
Size 6.91 MB (7,246,319 bytes)
Developer Ethiomapps
Category Games, Educational
Package Name com.ethiomapps.afanoromoquiz
OS 4.1 and up

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa GAME description

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.
↓ Read more
Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 1 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 2 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 3 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 4 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 5 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 6 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 7 Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa screen 8

Old versions

Version Size Update
⇢ 4.0 (1 variants) ↓ 6.91 MB ◴ 3 years ago
⇢ 3.0 (1 variants) ↓ 6.90 MB ◴ 3 years ago
⇢ 2.0 (1 variants) ↓ 6.40 MB ◴ 4 years ago