Seenaa Quraana icon

Seenaa Quraana

★★★★★
★★★★★
(0.00/5)

1.0Free3 years ago

Download Seenaa Quraana APK latest version Free for Android

Version 1.0
Update
Size 3.90 MB (4,092,931 bytes)
Developer Ethiomapps
Category Apps, Books & Reference
Package Name ethiomapps.com.seenaquraana
OS 4.1 and up

Seenaa Quraana APPLICATION description

Seenaa Quraana Hedduu nama hawwotan
Kitaabni keenya kan SEENAA QUR’AANA KEESSAA
jedhu kuni seenaa qur’aana keessatti dubbatamte ibsa.
Seena dhugaa tan qur’aanaafii hadiisa bu’ureeffatte
barachuun barbaachisaadha. Gama kaaniin seenaa
maddi isii hinbeekamne yookaan tan kijibaa dubbisuufii
hordofiinis diin keessatti miidhaafii Rakkoo guddaa
namatti fida.
Seenaan babbareedduun hedduun tan gorsa uf keessaa
qabdu qur’aana keessatti haaasawamtee jirti.
“Rabbiin ol tahe akkana jedhe ”qur’aana kana
wahyiin sirratti gadi buusuun seenaa babbareeddu sitti
odeessina.” (Yuusuf 3)
Kanaaf seenaa bareedduu waayee nabiyyoota Rabbii
kabajamoo ibsitu, waan daiwaa isaaniitiin walqabatullee
ufkeessa qabdu kitaaba kana keessatti ni argattu. Afaan
keenyaattis hiiknee yeroo isiniif dhiheessinu gammachuu
guddaatu nutti dhagayama. Akka dubbiftanii irraa
barattanii gorsa irraa fudhattan isin yaadachiifna.
↓ Read more
Seenaa Quraana screen 1 Seenaa Quraana screen 2 Seenaa Quraana screen 3 Seenaa Quraana screen 4 Seenaa Quraana screen 5

Old versions

Version Size Update
⇢ 1.0 (7 variants) ↓ 3.39 MB ◴ 3 years ago