Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo icon

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo

★★★★★
★★★★★
(4.71/5)

8.0Free2 years ago

Download Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo APK latest version Free for Android

Version 8.0
Update
Size 84.97 MB (89,098,748 bytes)
Developer Ethiomapps
Category Apps, Books & Reference
Package Name com.ethiomapps.tafsiraqurana
OS 4.0 and up

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo APPLICATION description

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo kana Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo Barreessan Tafsiira kanaa Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee(Rabbii Rahamataa Haa’a Godhuufi)

Tafsiira Quraanaa Yeroo jalqabaaf maxxanfamee bahee yeroo ta’uu ammas yeroo ammaa kanattii yeroo jalqabaaf Applikeeshini kan isiin biraa gahuu dha.Koopiirayitii nuuf eyyaammuun toora feesbukan Khalid Rashaad yeroo ta’uu Rabbiin jazaa kee jannataan sii haa kennu jennaa.Haaluma walfakkaatuun looqoda harargeen alattii Tafsiraa Barreefamee jiruu isiif basuuf yaalaa waan jiruuf obsaan nuu eegaa. Nutii Rabbiin nurraa haa qeebaluu jechaa du’aii kessaan isiin gaffanna.Waaluma gallatti Tafsiira kana haalaa bayyee bareedaan qophessinee isiif dheysinee jirraa du’ii kessaniin nuun irranfatina.
↓ Read more
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo screen 1 Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo screen 2 Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo screen 3 Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo screen 4

Old versions

Version Size Update
⇢ 8.0 (10 variants) ↓ 82.39 MB ◴ 2 years ago
⇢ 7.0 (1 variants) ↓ 82.31 MB ◴ 3 years ago
⇢ 5.0 (1 variants) ↓ 81.81 MB ◴ 4 years ago