Utubaa Amantaa icon

Utubaa Amantaa

★★★★★
★★★★★
(4.42/5)

3.0Free3 years ago

Download Utubaa Amantaa APK latest version Free for Android

Version 3.0
Update
Size 9.08 MB (9,524,552 bytes)
Developer ብራና አፕስ Birana Apps
Category Apps, Books & Reference
Package Name org.goranda.utubaamantaa
OS 4.1 and up

Utubaa Amantaa APPLICATION description

Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba.
Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• Kitaaboota Kadhaa
• Kitaaboota Barnoota Amantaa
• Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• Faarfannaa garagaraa
• Gaaffilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun " itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa
↓ Read more
Utubaa Amantaa screen 1 Utubaa Amantaa screen 2 Utubaa Amantaa screen 3 Utubaa Amantaa screen 4 Utubaa Amantaa screen 5 Utubaa Amantaa screen 6 Utubaa Amantaa screen 7 Utubaa Amantaa screen 8

Old versions

Version Size Update
⇢ 3.0 (1 variants) ↓ 9.08 MB ◴ 3 years ago
⇢ 2.0.4 (1 variants) ↓ 7.06 MB ◴ 3 years ago
⇢ 1.0 (1 variants) ↓ 6.22 MB ◴ 4 years ago