Macaafa Qulqulluu icon

Macaafa Qulqulluu

★★★★★
★★★★★
(0.00/5)

1.0.4$2.494 years ago

Download Macaafa Qulqulluu APK latest version Free for Android

Version 1.0.4
Update
Size 6.5M
Developer Robsan Mako
Category Apps, Books & Reference
Package Name org.waktola.merdassa.macaafaqulqulluu
OS 4.0 and up

Macaafa Qulqulluu APPLICATION description

The Books of Old and New Testament in Afan Oromo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako


Developed by Waktola Merdassa
[email protected]
Amajji, 2020
↓ Read more
Macaafa Qulqulluu screen 1 Macaafa Qulqulluu screen 2 Macaafa Qulqulluu screen 3 Macaafa Qulqulluu screen 4 Macaafa Qulqulluu screen 5 Macaafa Qulqulluu screen 6 Macaafa Qulqulluu screen 7 Macaafa Qulqulluu screen 8