Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu icon

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

★★★★★
★★★★★
(4.87/5)

1.0.2Free4 years ago

Download Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu APK latest version Free for Android

Version 1.0.2
Update
Size 10.37 MB (10,875,042 bytes)
Developer Robsan Mako
Category Apps, Books & Reference
Package Name com.robba.muleta.macaafaqulqulluu
OS 4.0.3 and up

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu APPLICATION description

Multi functional and user friendly Afan Oromo Bible app for your Android device
Nearly 120 years after the translation of bible into Afan Oromo by Onesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible on paper, the way people reads Holy Bible changed radically. Now a days, almost everybody uses mobile devices to read the bible. Taking into consideration this fact, we offer this trendy Bible app for your android device. Install on your android device and take it with you wherever you go and enjoy your bible!
God Bless You!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
↓ Read more
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 1 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 2 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 3 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 4 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 5 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 6 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 7 Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screen 8

Old versions

Version Size Update
⇢ 1.0.2 (2 variants) ↓ 10.37 MB ◴ 4 years ago
⇢ 1.0.1 (2 variants) ↓ 10.68 MB ◴ 4 years ago
⇢ 1.0 (1 variants) ↓ 10.47 MB ◴ 6 years ago