Yaadannoo icon

Yaadannoo

★★★★★
★★★★★
(4.50/5)

1.0Free7 years ago

Download Yaadannoo APK latest version Free for Android

Version 1.0
Update
Size 1.08 MB (1,129,015 bytes)
Developer Abdisa Jara
Category Apps, Education
Package Name yaadannoo.afaanoromoo.com
OS 3.0 and up

Yaadannoo APPLICATION description

Fayyadamaa ykn App Yaadannoo Afaan Oromootiin.
Fayyadamaan kun, yaadannoolee adda addaa kan guyyaa guyyatti nu mudachuu danda'an Afaan Oromootiin
osoo hin rakkatin ykn nu dhibee gargaarsa hin barbaadin, yaadannoowwan nu barbaachisan haala
salphaan walitti qabachuuf nu fayyada.
Akkasumammoo, Guddinna Afaan kun gama hundaan tattaafachaa jiruufis gahee olaanaa qaba.

Kanaafuu, Fayyadamaa(App) kana fayyadamuun waan keenya haa cimsannuu.
Galatoomaa
Abdiisaa Bancaa Jaarraa
↓ Read more
Yaadannoo screen 1 Yaadannoo screen 2 Yaadannoo screen 3 Yaadannoo screen 4